Faarfannaa 32:5 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 5 Dhuma irratti cubbuu koo sitti nan himadhe;Dogoggora koo hin dhoksine.+ Ani, “Balleessaa koo Yihowaatti nan himadha” nan jedhe.+ Atis dogoggora koo fi cubbuu koo naaf dhiiste.+ (Seelaa) Faarfannaa 51:9 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 9 Fuula kee cubbuu koo irraa garagalchi,*+Dogoggora koo hundumaas na irraa haqi.+
5 Dhuma irratti cubbuu koo sitti nan himadhe;Dogoggora koo hin dhoksine.+ Ani, “Balleessaa koo Yihowaatti nan himadha” nan jedhe.+ Atis dogoggora koo fi cubbuu koo naaf dhiiste.+ (Seelaa)