Faarfannaa 55:22 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 22 Baʼaa kee Yihowaa irratti gati,+Innis si deggera.+ Namni qajeelaan akka kufu* matumaa hin heyyamu.+ Fakkeenya 16:3 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 3 Wanta raawwattu hundumaa Yihowaatti kennadhu,*+Karoorri kees siif ni milkaaʼa.
22 Baʼaa kee Yihowaa irratti gati,+Innis si deggera.+ Namni qajeelaan akka kufu* matumaa hin heyyamu.+