LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Faarfannaa 25:12, 13
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 12 Namni Yihowaa sodaatu eenyu?+

      Waaqayyo waaʼee daandii inni filachuu qabuu isa ni barsiisa.+

      נ [Nuun]

      13 Inni* wanta gaarii taʼe ni argata,+

      Sanyiiwwan isaas lafa ni dhaalu.+

  • Faarfannaa 37:29
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 29 Qajeelonni lafa ni dhaalu,+

      Bara baraafis ishii irra ni jiraatu.+

  • Maatewos 5:5
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 5 “Warri garraamiin+ gammadoo dha; isaan lafa ni dhaalu.+

  • 2 Pheexiros 2:9
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 9 Kanaafuu, Yihowaan* namoota Waaqayyoof bulan qorumsa keessaa akkamitti akka baasu,+ jalʼoota immoo guyyaa murtiitti+ akka balleeffamaniif akkamitti akka tursu beeka;

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi