LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Faarfannaa 72:7
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  7 Bara isaatti namni qajeelaan ni lalisa,*+

      Hamma addeessi dhabamtuttis nagaan ni baayʼata.+

  • Faarfannaa 119:165
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 165 Warri seera kee jaallatan nagaa hedduu qabu;+

      Homtuu isaan gufachiisuu hin dandaʼu.*

  • Isaayyaas 48:18
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 18 Ajajawwan koo xiyyeeffannaadhaan utuu dhageesseetta taʼee akkam gaarii ture!+

      Silaa nagaan kee akkuma lagaa,+

      Qajeelummaan kees akkuma dambalii galaanaa ni taʼa.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi