-
1 Qorontos 10:13Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
13 Qorumsi namoota kaan irra gaʼu irraa adda taʼe isin irra hin geenye.+ Haa taʼu malee, Waaqayyo amanamaa waan taʼeef, hamma baachuu dandeessan caalaa akka qoramtan hin heyyamu;+ kanaa mannaa, jabaattanii dhaabbachuu akka dandeessaniif, yeroo qoramtanitti karaa ittiin keessaa baatan isiniif qopheessa.+
-