LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Baʼuu 19:18
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 18 Yihowaan ibidda keessaan achi irratti waan buʼeef, guutummaan Gaara Siinaa ni aare;+ aarri isaas akkuma aara iddoo ibiddaa* keessaa baʼuu ol ni baʼa ture; guutummaan gaarichaas akka malee sochoʼa ture.+

  • Daaniʼel 7:9, 10
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 9 “Anis hamma teessoowwan kaaʼamanitti ilaaluu koo ittan fufe; Inni Bara Dheeraa Jiraate+ ni taaʼe.+ Uffanni isaa akkuma cabbii adii ture;+ rifeensi mataa isaas suufii adii fakkaata ture. Teessoon isaa labooba ibiddaa ture; geengoowwan teessoo isaas ibidda bobaʼaa jiru turan.+ 10 Ibiddi lolaʼus isa duraa baʼee ni yaaʼa ture.+ Kumni kumaatamni isa tajaajilaa turan; kumni kudhan siʼa kuma kudhanis isa dura ni dhaabbatu turan.+ Dhaddachi+ ni jalqabe; kitaabonnis ni banaman.

  • Ibroota 12:29
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 29 Sababiin isaas, Waaqni keenya ibidda gubee balleessu dha.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi