-
Faarfannaa 34:1Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
34 Yeroo hundumaa Yihowaa nan jajadha;
Galanni isaa yoom iyyuu afaan koo irra jira.
-
-
Faarfannaa 109:30Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
30 Afaan koo garaadhaa Yihowaa jajata;
Namoota hedduu duratti isa nan jajadha.+
-