Yohaannis 1:1-3 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 1 Jalqaba Dubbichatu+ ture; Dubbichi Waaqayyo bira ture;+ Dubbichi waaqayyo* ture.+ 2 Inni jalqaba Waaqayyo bira ture. 3 Wanti hundi karaa isaa taʼe;+ wanta taʼe keessaas isa malee wanti taʼe tokko illee hin jiru. Yohaannis 1:14 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 14 Kanaafuu, Dubbichi foon taʼee+ nu gidduu jiraate; nutis ulfina isaa argine; ulfinni kunis ulfina akka ilmi tokkichi+ Abbaa irraa argatuu ti; inni gaarummaa Waaqayyoo isa guddaa fi dhugaadhaan guutamee ture.
1 Jalqaba Dubbichatu+ ture; Dubbichi Waaqayyo bira ture;+ Dubbichi waaqayyo* ture.+ 2 Inni jalqaba Waaqayyo bira ture. 3 Wanti hundi karaa isaa taʼe;+ wanta taʼe keessaas isa malee wanti taʼe tokko illee hin jiru.
14 Kanaafuu, Dubbichi foon taʼee+ nu gidduu jiraate; nutis ulfina isaa argine; ulfinni kunis ulfina akka ilmi tokkichi+ Abbaa irraa argatuu ti; inni gaarummaa Waaqayyoo isa guddaa fi dhugaadhaan guutamee ture.