Faarfannaa 51:6 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 6 Kunoo, ati dhugaa keessa namaa jirutti ni gammadda;+Keessa namummaa koo* ogummaa dhugaa barsiisi. Fakkeenya 15:8 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 8 Aarsaan hamootaa Yihowaa duratti jibbisiisaa dha,+Kadhannaan qajeelotaa garuu isa gammachiisa.+