Faarfannaa 133:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 133 Ilaa, obboloonni tokkummaadhaan waliin jiraachuun isaaniiAkkam gaarii dha, akkam nama gammachiisas!+ Fakkeenya 17:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 17 Mana utuu lolli jiruu affeerraadhaan* guutame mannaaBakka nagaan* jirutti cabaa daabboo goggogaa nyaachuu wayya.+
133 Ilaa, obboloonni tokkummaadhaan waliin jiraachuun isaaniiAkkam gaarii dha, akkam nama gammachiisas!+
17 Mana utuu lolli jiruu affeerraadhaan* guutame mannaaBakka nagaan* jirutti cabaa daabboo goggogaa nyaachuu wayya.+