Fakkeenya 18:6 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 6 Dubbiin nama gowwaa lolatti geessa,+Afaan isaas rukuttaa namatti fida.+ Lallaba 7:9 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 9 Aariin bobaa gowwootaa jala waan jiruuf,*+ aariidhaaf hin ariifatin.*+