-
Uumama 6:5Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
5 Dhuma irratti Yihowaan hamminni namaa lafa irratti akka baayʼate, fedhiin garaa isaa hundis yeroo hundumaa hamaa akka taʼe ni arge.+
-
-
Faarfannaa 36:1Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
36 Balleessaan garaa nama hamaa isa gad fagoo keessatti ni dubbata;
Waaqayyoon sodaachuunis ija isaa dura hin jiru.+
-
-
Faarfannaa 36:4Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
4 Siree isaa irratti illee wanta nama miidhu yaada.
Daandii gaarii hin taane irra dhaabbata;
Wanta hamaa taʼe irraa hin fagaatu.
-