- 
	                        
            
            Filiphisiyus 3:7, 8Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
7 Taʼus, Kiristoosiif jedhee wantoota anaaf buʼaa qaban akka kasaaraatti lakkaaʼeera.*+ 8 Kana malees, beekumsa Kiristoos Yesuus Gooftaa koo isa hunda caalaa gatii guddaa qabu sanaaf jedhee wantoota hundumaa akka kasaaraatti nan lakkaaʼa. Ani isaaf jedhee wantoota hundumaa dhabeera; wantootan dhabe kanas akka kosiittan ilaala; kana kanan godhu Kiristoosiin argachuuf jedheeni;
 
 -