LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Hisqiʼel 26:2, 3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 2 “Yaa ilma namaa, Xiiros, ‘Ishoo, karri sabootaa cabeera!+ Amma carraan naaf banameera; ishiin waan diigamteef, amma ani sooressa nan taʼa’ jettee Yerusaalem irratti waan dubbatteef,+ 3 Yihowaan Gooftaa Ol Aanaan akkana jedha: ‘Yaa Xiiros, kunoo ani si irratti kaʼeera; akkuma galaanni dambalii fidutti anis saboota hedduu si irratti nan fida.

  • Zakkaariyaas 1:15
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 15 Ani saboota warra dhiphina malee jiraatan irratti dheekkamsa guddaa nan dheekkama;+ sababiin isaas, yeroo ani dheekkamsa xinnoo dheekkametti+ isaan rakkina dabalataa isaan irratti geessisaniiru.”’+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi