-
2 Qorontos 7:10Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
10 Sababiin isaas, karaa Waaqayyoon gammachiisuun gadduun yaada geddarachuu fi fayyinatti waan geessuuf nama hin gaabbisiisu;+ akka addunyaatti gadduun garuu duʼa fida.
-
-
Ibroota 12:11Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
11 Dhugaa dha, adabni kam iyyuu yeroo sanatti kan gaddisiisu malee kan gammachiisu hin fakkaatu; sana booda garuu warra ittiin leenjifamaniif firii qajeelummaa isa nagaa isaaniif argamsiisa.
-