- 
	                        
            
            Uumama 50:7Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
7 Kanaafuu, Yoseef abbaa isaa awwaaluuf ol ni baʼe; tajaajiltoonni Faraʼoon, jaarsoliin+ mana mootummaa isaa, jaarsoliin biyya Gibxii hundis isaa wajjin deeman;
 
 - 
                                        
 
- 
	                        
            
            Uumama 50:10Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
10 Achiis oobdii Axaad isa naannoo Yordaanositti argamu bira gaʼan; achittis isaan akka malee ni gaddan; hirqinfataniis ni booʼan; innis guyyaa torbaaf abbaa isaatiif ni gadde.
 
 -