- 
	                        
            
            Lallaba 1:3Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
3 Namni hojii isaa isa itti dadhabe,
Isa aduudhaa gaditti itti dhamaʼe hundumaa irraa buʼaa maalii argata?+
 
 - 
                                        
 
- 
	                        
            
            Lallaba 5:15, 16Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
15 Namni tokko akkuma gadameessa haadha isaa keessaa qullaa isaa baʼetti, qullaa isaa deebiʼee deema.+ Hojii jabaatee hojjete hundumaa irraa wanta fudhatee deemuu dandaʼu tokko illee hin qabu.+
16 Kunis wanta baayʼee nama gaddisiisu* dha: Inni akkuma dhufetti deebiʼee deema; namni bubbeedhaaf jabaatee hojjetu buʼaa maalii argata ree?+
 
 -