-
Baʼuu 8:10Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
10 Yeroo kanatti inni, “Boru” isaan jedhe. Kanaafuu inni akkana jedhe: “Ati akka Waaqa keenya Yihowaa kan taʼe tokko illee akka hin jirre+ akka beektuuf, akkuma jette ni taʼa.
-