Isaayyaas 46:11 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 11 Ani baha biiftuu* irraa allaattii adamsee nyaatu,+Biyya fagoo irraas nama murtoo* koo raawwatu nan waama.+ Dubbadheera, fiixaan nan baasa. Kaayyeffadheera, nan raawwadhas.+ Mulʼata 16:12 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 12 Maleekaan inni jaʼaffaan wanta saanii isaa keessa jiru laga guddaa Efraaxis+ irratti dhangalaase; bishaanichis mootota baha biiftuutii dhufaniif karaa banuuf ni goge.+
11 Ani baha biiftuu* irraa allaattii adamsee nyaatu,+Biyya fagoo irraas nama murtoo* koo raawwatu nan waama.+ Dubbadheera, fiixaan nan baasa. Kaayyeffadheera, nan raawwadhas.+
12 Maleekaan inni jaʼaffaan wanta saanii isaa keessa jiru laga guddaa Efraaxis+ irratti dhangalaase; bishaanichis mootota baha biiftuutii dhufaniif karaa banuuf ni goge.+