- 
	                        
            
            Hojii Ergamootaa 17:24, 25Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
24 Waaqni inni addunyaa fi wantoota isa keessa jiran hunda uume, inni Gooftaa samii fi lafaa taʼe,+ manneen qulqullummaa harka namaatiin hojjetaman keessa hin jiraatu;+ 25 kana malees, namoota hundumaatiif jireenyaa fi hafuura, akkasumas wantoota hunda kan kennu isa waan taʼeef,+ akka waan gargaarsi isa barbaachisuutti harka namaatiin hin tajaajilamu.+
 
 -