- 
	                        
            
            Baʼuu 10:21Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
21 Achiis Yihowaan Museedhaan, “Biyya Gibxii irratti dukkanni, jechuunis dukkanni cimaan waanuma harkaan qaqqabamu fakkaatu akka taʼuuf harka kee gara samiitti diriirsi” jedhe.
 
 - 
                                        
 
- 
	                        
            
            Faarfannaa 104:20Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
20 Ati dukkana ni fidda, halkanis ni taʼa;+
Yeroo kanatti bineensonni bosonaa hundi asii fi achi ni deemu.
 
 -