Isaayyaas 60:10 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 10 Namoonni biyya ormaa dallaawwan kee ni ijaaru,Mootonni isaaniis si tajaajilu,+Sababiin isaas, dheekkamsa kootiin si rukuteen ture,Garuu, gaarummaa kootiin garaa siif nan laafa.+ Isaayyaas 60:16 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 16 Atis dhugumaan aannan sabootaa ni dhugda,+Harma moototaas ni hoota;+Dhugumaan ani Yihowaan Fayyisaa kee akkan taʼe,Inni Humna Qabeessi kan Yaaqoob isa si furu taʼuu isaas ni beekta.+
10 Namoonni biyya ormaa dallaawwan kee ni ijaaru,Mootonni isaaniis si tajaajilu,+Sababiin isaas, dheekkamsa kootiin si rukuteen ture,Garuu, gaarummaa kootiin garaa siif nan laafa.+
16 Atis dhugumaan aannan sabootaa ni dhugda,+Harma moototaas ni hoota;+Dhugumaan ani Yihowaan Fayyisaa kee akkan taʼe,Inni Humna Qabeessi kan Yaaqoob isa si furu taʼuu isaas ni beekta.+