LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Leewwota 16:11
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 11 “Aaron jibicha aarsaa cubbuu isaatiif dhihaatu sana dhiheessee, ofii isaatii fi mana isaatiif araara ni argamsiisa; sana booda jibicha aarsaa cubbuu ofii isaatiif taʼu sana ni qala.+

  • 2 Qorontos 5:21
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 21 Nuti karaa isaa Waaqayyo duratti qajeelota akka taanuuf,+ inni isa cubbuu hin beekne+ sana nuuf jedhee aarsaa cubbuu akka taʼu godheera.

  • Ibroota 7:27
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 27 Inni akka luboota ol aanoo sanaa, jalqaba cubbuu ofii isaatiif, achiis cubbuu sabichaatiif+ guyyaa guyyaadhaan aarsaa dhiheessuun isa hin barbaachisu;+ sababiin isaas, inni yeroo hundumaatiif akka taʼutti al tokkicha ofii isaa aarsaa godhee dhiheessuudhaan+ kana raawwateera.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi