- 
	                        
            
            Isaayyaas 12:1Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
12 Guyyaa sanatti ati dhugumaan akkana jetta:
“Yaa Yihowaa, sin galateeffadha,
Ati natti dheekkamtee kan turte taʼus,
Dheekkamsi kee suutuma suuta qabbanaaʼeera, atis na jajjabeessiteetta.+
 
 - 
                                        
 
- 
	                        
            
            Isaayyaas 61:2Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
2 Waggaa gaarummaa Yihowaa,
Guyyaa Waaqni keenya haaloo itti baʼus+ akkan labsu,
Warra gaddan hundumaa akkan jajjabeessu,+
 
 -