Isaayyaas 30:12, 13 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 12 Kanaafuu, Inni Qulqulluun kan Israaʼel akkana jedha: “Isin dubbii kana tuffattanii+Gowwoomsaa fi sobatti waan amanamtaniif,Wantoota kana irrattis waan hirkattaniif,+13 Balleessaan kun akka dallaa baqaqee,Akka dallaa dheeraa jiguuf jedhuus isinitti ni taʼa. Inni akkuma tasaa dafee ni jiga.
12 Kanaafuu, Inni Qulqulluun kan Israaʼel akkana jedha: “Isin dubbii kana tuffattanii+Gowwoomsaa fi sobatti waan amanamtaniif,Wantoota kana irrattis waan hirkattaniif,+13 Balleessaan kun akka dallaa baqaqee,Akka dallaa dheeraa jiguuf jedhuus isinitti ni taʼa. Inni akkuma tasaa dafee ni jiga.