Amoos 2:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 2 “Yihowaan akkana jedha:‘“Fincila* Moʼaab siʼa sadii,+ eeyyee siʼa afur raawwateen kan kaʼe, ani murtoo koo hin jijjiiru;Sababiin isaas, inni nooraadhaaf jedhee lafee mootii Edoom gubeera.
2 “Yihowaan akkana jedha:‘“Fincila* Moʼaab siʼa sadii,+ eeyyee siʼa afur raawwateen kan kaʼe, ani murtoo koo hin jijjiiru;Sababiin isaas, inni nooraadhaaf jedhee lafee mootii Edoom gubeera.