Keessa Deebii 28:30 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 30 Ati durba takka ni kaadhimatta, garuu namni kan biraan ishii gudeeda. Mana ni ijaarratta, garuu keessa hin jiraattu.+ Muka wayinii ni dhaabbatta, garuu itti hin fayyadamtu.+ Hoseʼaa 8:7 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 7 Isaan bubbee facaasu,Obomboleettiis ni haammatu.+ Mukti midhaanii midhaan gaʼe baasu hin jiru;+Wanta biqile irraa daakuun hin argamu. Utuma firii argamsiisee illee namoota biyya ormaatu* nyaata.+
30 Ati durba takka ni kaadhimatta, garuu namni kan biraan ishii gudeeda. Mana ni ijaarratta, garuu keessa hin jiraattu.+ Muka wayinii ni dhaabbatta, garuu itti hin fayyadamtu.+
7 Isaan bubbee facaasu,Obomboleettiis ni haammatu.+ Mukti midhaanii midhaan gaʼe baasu hin jiru;+Wanta biqile irraa daakuun hin argamu. Utuma firii argamsiisee illee namoota biyya ormaatu* nyaata.+