LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Isaayyaas 8:19
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 19 Isaan, “Eker dubbistoota yookiin raagdota warra wacanii fi gunguman gaafadhu” yoo siin jedhan, sabni tokko gaafachuu kan qabu Waaqa isaa mitii? Isaan waaʼee warra lubbuudhaan jiranii warra duʼan gaafachuu qabuu?+

  • Hojii Ergamootaa 16:16
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 16 Gaaf tokko gara bakka kadhannaa dhaqaa utuu jirruu, tajaajiltuun hafuura xuraaʼaa hooda* dubbachiisu qabdu tokko+ nutti dhufte. Ishiin hooda dubbachuudhaan gooftolii ishiitiif buʼaa hedduu argamsiisti turte.

  • Mulʼata 18:23
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 23 Ifni ibsaa matumaa lammata si keessatti hin ifu; sagaleen misirrichaa fi sagaleen misirrittii matumaa lammata si keessatti hin dhagaʼamu; sababiin isaas, daldaltoonni kee namoota lafa irratti iddoo guddaa qaban turan, gocha hafuurota hamoo ati raawwatteenis+ saboonni hundi dogoggoraniiru.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi