Baʼuu 2:3 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 3 Isa dhoksuu yommuu dadhabdettis+ guuboo* dhallaadduu irraa tolfame fudhattee leelee* fi hapheedhaan maragdee mucicha achi keessa keesse; achiis guuboo sana shomboqqoo qarqara Laga Abbayyaatti argamu gidduu keesse.
3 Isa dhoksuu yommuu dadhabdettis+ guuboo* dhallaadduu irraa tolfame fudhattee leelee* fi hapheedhaan maragdee mucicha achi keessa keesse; achiis guuboo sana shomboqqoo qarqara Laga Abbayyaatti argamu gidduu keesse.