- 
	                        
            
            2 Seenaa Baraa 12:7, 8Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
7 Yihowaanis akka isaan gad of qaban yommuu argu, dubbiin Yihowaa akkana jedhu gara Shemaayaa ni dhufe: “Isaan waan gad of qabaniif, ani isaan hin balleessu;+ yeroo dhihootti isaan nan oolcha. Ani karaa Shishaaq dheekkamsa koo Yerusaalem irratti hin dhangalaasu. 8 Haa taʼu malee, garaa garummaa ana tajaajiluu fi mootota* biyyoota kan biroo tajaajiluu gidduu jiru akka beekaniif, isaan tajaajiltoota isaa ni taʼu.”
 
 -