- 
	                        
            
            Isaayyaas 41:15Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
15 “Kunoo, ani konkolaataa ittiin midhaan siribsiisan,+
Meeshaa haaraa ittiin midhaan siribsiisanii fi gar lamaan ilkaan qabu si godheera.
Ati gaarota dhidhiittee ni caccabsita,
Tabbawwanis akka habaqii ni goota.
 
 -