- 
	                        
            
            Sefaaniyaa 3:16, 17Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
16 Guyyaa sanatti Yerusaalem akkana jedhamti:
“Yaa Xiyoon, hin sodaatin.+
Harki kee akka laafus hin godhin.
17 Waaqni kee Yihowaan si gidduu jira.+
Inni isa jabaa waan taʼeef, si fayyisa.
Inni baayʼee sitti gammada.+
Jaalala siif qabuun kan kaʼe ni callisa.*
Inni sitti gammaduu isaa ililchuudhaan ni argisiisa.
 
 -