- 
	                        
            
            Isaayyaas 10:28-32Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
29 Isaan malkaa sana ceʼaniiru;
Geebaa+ keessa ni bulu;
Raamaan ni hollatti, Gibeʼaan+ magaalaan Saaʼolis ni baqatte.+
30 Yaa intala Gaaliim, iyyi, caraanis!
Yaa Laayishaa, xiyyeeffannaadhaan dhaggeeffadhu!
Yaa Anaatot+ ishii nama gaddisiistu nana, iyyi!
31 Maadmenaan baqatteetti.
Jiraattonni Geebiim bakka itti dhokatan barbaaddataniiru.
32 Guyyuma kanatti inni Noob+ keessa ni dhaabbata.
Harka isaa aboottatees, gaara intala Xiyoon irratti,
Tabba Yerusaalem irratti ni raasa.
 
 - 
                                        
 
- 
	                        
            
            Isaayyaas 33:8Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
8 Daandiiwwan guguddoon dhiifamaniiru;
Namni daandiiwwan irra deemu tokko illees hin jiru.
 
 -