- 
	                        
            
            2 Mootota 17:5, 6Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
5 Mootiin Asoor guutummaa biyyattii ni weerare; gara Samaariyaa dhufees waggaa sadiif ishiitti marse. 6 Hosheʼaan mootii taʼee waggaa saglaffaa isaatti, mootiin Asoor Samaariyaa ni qabate.+ Achiis inni namoota Israaʼel boojiʼee+ gara Asooritti geessuudhaan Haalaa fi Haaboor isa laga Goozaan+ bira jiru keessa, akkasumas magaalota Meedon keessa qubachiise.+
 
 - 
                                        
 
- 
	                        
            
            Isaayyaas 10:11Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
11 Ani akkuman Samaariyaa fi waaqolii ishii warra gatii hin qabne irratti raawwadhe,
Yerusaalemii fi waaqolii tolfamoo ishii irratti hoo hin raawwadhuu?’+
 
 -