-
Faarfannaa 46:6Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
6 Saboonni iyyaniiru, mootummoonnis garagalfamaniiru;
Inni sagalee isaa ol ni kaase, laftis ni baqxe.+
-
-
Isaayyaas 10:15Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
15 Qottoon nama ittiin falaxu irratti ol of ni qabaa?
Magaaziin hoo nama ittiin muru irratti ol of ni qabaa?
Harcummeen+ nama isa kaasu asii fi achi raasuu ni dandaʼaa?
Yookiin uleen nama isa muka irraa hin tolfamne ol kaasuu ni dandaʼaa?
-