LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 1 Mootota 11:9, 10
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 9 Solomoon garaan isaa Yihowaa Waaqa Israaʼel isa siʼa lama isatti mulʼate+ irraa waan jalʼateef,+ Yihowaan isatti ni dheekkame; 10 kana malees, inni waaqolii kan biroo duukaa akka hin buune isatti himuudhaan waaʼee dhimma kanaa isa akeekkachiisee ture.+ Inni garuu wanta Yihowaan ajaje hojii irra hin oolchine.

  • 2 Mootota 23:26
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 26 Haa taʼu malee, wantoota hamoo Minaaseen isa dheekkamsiisuuf raawwate hundumaatiin kan kaʼe, Yihowaan aarii isaa isa Yihudaa irratti bobaʼe irraa hin deebine ture.+

  • 1 Seenaa Baraa 10:13
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 13 Akka kanaan Saaʼol Yihowaadhaaf amanamaa waan hin taaneef ni duʼe; sababiin isaas, inni dubbii Yihowaatiif hin ajajmne,+ akkasumas eker dubbistuu ni gaafate;+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi