- 
	                        
            
            2 Seenaa Baraa 20:2, 3Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
2 Kanaafuu Yoshaafaax, “Naannoo galaanichaatii,* jechuunis Edoom+ irraa, namoonni hedduun sitti dhufaa jiru; isaanis Hazaazoon Taamaar, jechuunis Een Gedii+ keessa jiru” jedhamee itti himame. 3 Yeroo kanatti Yoshaafaax ni sodaate; Yihowaa barbaaddachuufis ni murteesse.*+ Kanaafuu, inni guutummaa Yihudaatti sooma labse.
 
 - 
                                        
 
- 
	                        
            
            Asteer 4:15, 16Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
15 Achiis Asteer akkana jettee Mordekaayiif deebiste: 16 “Dhaqiitii Yihudoota Shushaan* keessatti argaman hundumaa walitti qabi; waaʼee kootiifis soomaa.+ Guyyaa sadiif+ halkanis taʼe guyyaa hin nyaatinaa, hin dhuginaas. Anis tajaajiltoota koo warra dubartii wajjin nan sooma. Seericha cabsees gara mootichaatti nan seena; yoon bades nan bada.”
 
 -