- 
	                        
            
            Ermiyaas 22:18, 19Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
18 “Kanaafuu, Yihowaan Yehoyaaqiim+ ilma Yosiyaas isa mootii Yihudaa taʼe ilaalchisee akkana jedha:
‘Isaan, “Wayyoo obboleessa koo! Wayyoo obboleettii tiyya!”
Jedhanii isaaf hin booʼan.
“Wayyoo yaa gooftaa! Wayyoo yaa isa kabajamaa!”
Jedhanii isaaf hin booʼan.
 
 -