- 
	                        
            
            Isaayyaas 24:8Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
8 Gammachuun dibbee badeera;
Sagaleen warra wacanii xumurameera;
Sagaleen gammachuu baganaa dhaabbateera.+
 
 - 
                                        
 
- 
	                        
            
            Ermiyaas 25:10Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
10 Isaan gidduutti sagaleen gammachuu fi sagaleen ililchuu, sagaleen misirrichaa fi sagaleen misirrittii, akkasumas sagaleen dhagaa daakuu akka hin dhagaʼamne nan godha;+ ifa ibsaas nan dhaamsa.
 
 -