LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Leewwota 18:3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 3 Isin akka isaan biyya Gibxii isa isin keessa jiraachaa turtan keessatti raawwatan sanaatti hin raawwatinaa; akkasumas isin wanta isaan biyya Kanaʼaan isa ani itti isin galchu keessatti raawwatan sana hin raawwatinaa.+ Akka dambiiwwan isaaniittis hin deddeebiʼinaa.

  • Leewwota 18:30
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 30 Isin wantoota kanaan akka of hin xureessineef, barsiifatawwan jibbisiisoo isin dura raawwatamaa turan kana keessaa isa kam iyyuu raawwachuu irraa fagaachuudhaan dirqama ani isin irraa eegu raawwadhaa.+ Ani Waaqa keessan Yihowaa dha.’”

  • Leewwota 20:23
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 23 Isin akka dambiiwwan saboota warra ani isin duraa ariʼu sanaatti hin deddeebiʼinaa;+ isaan wantoota kana hundumaa waan raawwataniif ani isaan nan jibbe.+

  • Keessa Deebii 12:30
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 30 isaan si duraa haxaaʼamanii erga balleeffamanii booda kiyyoo keessa akka hin galle of eeggadhu. ‘Saboonni kun waaqolii isaanii tajaajiluu barsiifata kan godhatan akkamitti? Anis akkanuma nan godha’ jettee waaʼee waaqolii isaanii hin gaafatin.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi