Baʼuu 13:3 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 3 Achiis Museen sabichaan akkana jedhe: “Yihowaan harka jabaadhaan asii waan isin baaseef,+ isin guyyaa biyya Gibxiitii, mana garbummaa jalaa itti baatan kana yaadadhaa.+ Kanaafuu, wanti raacitii qabu kam iyyuu nyaatamuu hin qabu. Keessa Deebii 4:20 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 20 Isin garuu akkuma harʼa taatan kana saba qabeenya dhuunfaa* isaa akka taataniif+ warra Yihowaan iddoo ibiddaa* sibiila itti baqsan keessaa, jechuunis biyya Gibxii keessaa baase dha.
3 Achiis Museen sabichaan akkana jedhe: “Yihowaan harka jabaadhaan asii waan isin baaseef,+ isin guyyaa biyya Gibxiitii, mana garbummaa jalaa itti baatan kana yaadadhaa.+ Kanaafuu, wanti raacitii qabu kam iyyuu nyaatamuu hin qabu.
20 Isin garuu akkuma harʼa taatan kana saba qabeenya dhuunfaa* isaa akka taataniif+ warra Yihowaan iddoo ibiddaa* sibiila itti baqsan keessaa, jechuunis biyya Gibxii keessaa baase dha.