LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 2 Mootota 21:11
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 11 “Minaaseen mootiin Yihudaa wantoota jibbisiisoo kana hunda ni raawwate; inni Amoorota+ warra isa dura turan hunda caalaa wanta hamaa ni raawwate;+ waaqolii tolfamoo isaa warra balfamoo* taʼaniinis Yihudaan cubbuu akka hojjetu ni godhe.

  • 2 Mootota 23:26
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 26 Haa taʼu malee, wantoota hamoo Minaaseen isa dheekkamsiisuuf raawwate hundumaatiin kan kaʼe, Yihowaan aarii isaa isa Yihudaa irratti bobaʼe irraa hin deebine ture.+

  • 2 Mootota 24:3, 4
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 3 Wanti kun akka Yihowaan ajajetti Yihudaa irra ni gaʼe; kunis kan taʼe, cubbuuwwan Minaaseen hojjete hundumaatiin kan kaʼe+ inni Yihudaa of duraa balleessuu waan barbaadeef,+ 4 akkasumas dhiiga qulqulluu inni dhangalaaseen kan kaʼe dha;+ inni dhiiga qulqulluudhaan Yerusaalemiin guutee ture; Yihowaanis dhiifama isaaf gochuuf fedhii hin qabu ture.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi