Faarfannaa 34:8 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 8 Yihowaan gaarii taʼuu isaa dhandhamaa ilaalaa;+Namni isatti kooluu galu gammadaa dha. Faarfannaa 146:5 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 5 Namni Waaqni Yaaqoob gargaaraa isaa taʼe,+Namni Waaqa isaa Yihowaa abdatus gammadaa dha;+ Isaayyaas 26:3 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 3 Ati warra guutummaatti sitti hirkatan* ni eegda;Isaan waan sitti amanamaniif,+Nagaa wal irraa hin cinne isaaniif ni kennita.+
5 Namni Waaqni Yaaqoob gargaaraa isaa taʼe,+Namni Waaqa isaa Yihowaa abdatus gammadaa dha;+ Isaayyaas 26:3 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 3 Ati warra guutummaatti sitti hirkatan* ni eegda;Isaan waan sitti amanamaniif,+Nagaa wal irraa hin cinne isaaniif ni kennita.+
3 Ati warra guutummaatti sitti hirkatan* ni eegda;Isaan waan sitti amanamaniif,+Nagaa wal irraa hin cinne isaaniif ni kennita.+