- 
	                        
            
            Ermiyaas 32:44Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
44 “‘Ani boojiʼamtoota isaanii deebisee waanan fiduuf,+ biyya Biiniyaam keessatti, iddoowwan naannoo Yerusaalemitti argaman keessatti, magaalota Yihudaa keessatti,+ magaalota naannoo gaarotaa keessatti, magaalota gammoojjii keessattii+ fi magaalota kibbaa keessatti maasiin maallaqaan ni bitama, walii galteenis barreeffamee chappaan irratti godhamee ni saamsama, ragoonnis ni waamamu’+ jedha Yihowaan.”
 
 -