- 
	                        
            
            Leewwota 2:1, 2Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
2 “‘Namni* tokko Yihowaadhaaf aarsaa midhaanii+ kan dhiheessu yoo taʼe, aarsaan isaa daakuu bullaaʼaa haa taʼu; isa irrattis zayitii haa dhangalaasu; ixaana adiis irra haa kaaʼu.+ 2 Achiis gara ilmaan Aaron warra luboota taʼanitti ni fida; lubichis daakuu bullaaʼaa hammaarraa* tokkoo fi zayitii, ixaana isaa isa adii hundumaas fuudhee guutummaa aarsichaa kan bakka buʼu gochuudhaan,+ jechuunis aarsaa ibiddaan dhihaatu isa urgaan isaa Yihowaa gammachiisu* godhee iddoo aarsaa irratti haa dhiheessu.
 
 -