- 
	                        
            
            Ermiyaas 11:19Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
19 Ani akkuma xobbaallaa hoolaa garraamii qalmaaf geeffamaa jirtuu nan taʼe.
Isaan akkana jedhanii na irratti daba qopheessaa akka turan hin beekne:+
“Kottaa, mukicha firii isaa wajjin haa balleessinu,
Kana booda maqaan isaa akka hin yaadatamneef,
Biyya warra jiraatoo keessaa isa haa murru.”
 
 -