- 
	                        
            
            Ermiyaas 49:31, 32Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
31 “Kaʼaa, saba nagaadhaan taaʼaa jiru,
Tasgabbiidhaanis jiraachaa jirutti adeemaa!” jedha Yihowaan.
“Inni balbala yookiin danqaraa hin qabu; isaan adda baʼanii jiraatu.
32 Gaalonni isaanii ni saamamu,
Horiiwwan isaanii warri hedduu taʼanis ni boojiʼamu.
 
 -