- 
	                        
            
            Ermiyaas 6:15Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
15 Wanta jibbisiisaa raawwataniif qaaniin isaanitti dhagaʼamaa?
Matumaa qaaniin itti hin dhagaʼamu!
Isaan wanta saalfii jedhamu iyyuu hin beekan!+
Kanaafuu, isaan warra kufan gidduutti ni kukkufu.
Yommuun adaba isaanitti fidus ni gufatu” jedha Yihowaan.
 
 -