- 
	                        
            
            Daaniʼel 10:5, 6Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
5 yommuun ol jedhee ilaalu, namicha uffata quncee talbaa irraa tolfame uffatee+ fi mudhii isaatti qabattoo warqii Uufaaz irraa tolfame hidhate tokko nan arge. 6 Qaamni isaa akka kirisoliixos+ ture, fuulli isaa bakakkaa fakkaata ture, ijji isaa guca bobaʼu, harki isaa fi miilli isaa immoo sibiila diimaa cululuqfame+ fakkaata ture; sagaleen yommuu inni dubbatu dhagaʼamus akka sagalee namoota hedduu ture.
 
 -