- 
	                        
            
            Ermiyaas 25:9Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
9 ani maatiiwwan kaabaa hundumaatti,+ tajaajilaa koo kan taʼe Nebukadnezaar* mootii Baabilonittis dhaamsa ergee,+ biyya kana irratti, jiraattota ishii irrattii fi saboota naannoo kanatti argaman hundumaa irratti isaan nan fida”+ jedha Yihowaan. “Haxaaʼee isaan nan balleessa, wanta sodaachisaa fi kan itti siiqsamu akka taʼan, akkasumas yeroo hundumaatiif ona akka taʼan isaan nan godha.
 
 - 
                                        
 
- 
	                        
            
            Ermiyaas 49:17Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
17 “Edoomis wanta sodaachisu ni taati.+ Namni ishii bira darbu hundi sodaadhaan ishii ilaala, dhaʼicha ishii irra gaʼe hundumaatiin kan kaʼes ni siiqsa.
 
 -